Coming soon!

This language is currently in review and will be available soon!

Weebsayitii bu’aa qabeessa fi beekumsaan kan foyyaa’ee

Kayyoon weebsayitii kanaa qo’annoo kallattii adda addaa jiran  beekumsa fi ogeessotan bakka tokkotti fiduun  walitti dhufeenya gaarii uumuudha.

Weebsayiitiin kun harkaa caala bu’aa qo’annoo kan ibsuu yoo ta’uu dabalataniis hirmaana qo’annoo, beekumsa waljijjiiraa fi qophiiwwan ni kennu. Keessatu seera luboota fi barumsaa Tiyoloojii, dhimma amantaa ta’an, miidhaa adaa qabessaa ittisuu irratti qo’annawwanii fi qophii foyya’ee  argamaan haa ta’uutti  kitaabotaa fi qo’annoon kun  piroojektii  biyyatti rawwaatan ogeessoota qofaa banaa ta’aa.

Akkasumas miidhaa addunyaa guutuu  dhorkuuf/ hambisuuf  kan dandeessisuu dandiiwwan qo’annoo  beekumsa kenna Piroojektiin kun Ammariffan, Tigriffaan  fi Ingiliffan kan maxxanfamuu yoo ta’uu, akkumaa haalattin  afaan hawaasan qopha’uu danda’a.

Dabalataan dubbbisuu furtuu gad qabaa

Riqichaa ijaaru

Project dldl/ድልድል Annual Conference on Domestic Violence, Religion and Migration successfully hosted at SOAS University of London

On June 19-20 Project dldl/ድልድል held its Annual Conference 2024 on the topic ‘Domestic Violence, Religion and Migration: Integrating cultural and religious diversity in UK domestic violence and abuse services and developing a future roadmap for the sector.’

Read our media release here.

Read more about the Conference Outcomes here.

Piroojektiin kun qo’annoo United Kingdom fi Innoveshiniin kan deegramuu yoo ta’uu gara fulduraatti  duraa ta’aan leenjii fi deegarsaa ‘Dildil’ qo’annoo amantaa, saala, misooma fi fayyaa hawaasa dararaa adaa qabessa  dhorkuuf keessattu Itiyoophiyaa, Ertiriyaa  fi United Kingdom  qo’annoo harra piroojektii kan jedhuun kan dhabbateedha. /Grant Retine / T043350/1/, akkasumas Harry Frank Guggenheim faawundeeshinii (deeggarsa qo’annoo 2019) kan godhamuufi.

Qo’annoon polisii  UKRI  mijawaa ta’uun beekumsa warra gita bitootta yaada isaanii bilisaa baasuun kan dalagamuu yoo ta’uu, kallattii kanaan warra jiran bu’aa qo’annoowwanii   poolisii warra fayyadamaniif  kan eeyyamu ta’a. Bu’aawwan maxxansa V-F-P- Creative  Commons Attribution Non commercial /CCBY-Nc-4.0/ . addunyaa guutuu eeyyama hawaasa kan bahuu dha.  Eyyamnii kun bu’aa maxxansa waliin makamee beekumsa mataa isaa dabalatee daldalaaf hin oolu jechuun eyyamaa jalatti hiruun/kenuun / kan danda’uu hojii  dhuunfaa  argachuuf hin oolu.

Bu’aa qo’annoo keessanii  maqaa guutuu, waggaa fi iddoo itti maxxafamee ibsamuun irra jiraa. Kun kan ta’uu piroojektiin Dildil, qo’annoo amantaa , saala, misooma  fi fayya hawaasa  midhaa biyya keessatti  uumaanii hawaasa amanta hordofu  irra dhorkuuf UK qo’annoof kan hojjatan  gara fuulduraatti ni dhufaa.  Fuula kana irratti ergawwan  bahan ykn dadaarban dhabbile UKRI fi HFG bakka bu’aan mitti.