Coming soon!

This language is currently in review and will be available soon!

Logoo duubatti Seenaa jiru

Piroojektiin dildil kan dhabbatee/hundeeffamee jechaa tigiriffaa dildil jedhuu irra yoo ta’uu  hiikni isaas riqichaa jechuudha.

Jechii kun piroojekrichaa kan sirriitti ibsuudha. Sababiin isaas  qo’annoo kallattii adda addaa gara tokkotti fiduun qo’annoo waliin uumuun miidhaawwan biyya ogummaa kallattii adda addaa ilaaluu waan danda’eefi.

Akkuma jabiina hundee riqichaa  abba qabeenya irratti gatuun biyya piroojektichii itti  rawwaatamuu ogeessota hirmaachisuun bu’aa gaarii galmeessisuu dha. Logoo dizayinii kan godhamee dararrama  aadaa qabeessa dhorkuuf —— fi qorannoo saayinsawaa  ta’ee  gaggeessan  hirmachiisuun   rakkoolee furuudha. Sararii adiin jidduutti mul’atuu kunimmo ogeessotn  adda addaa waliin kan itti hirmaatan ta’uu agarsiisa. Haallu diimmaan  immoo kan agarsiisu dhiiga  kan ibsuu yoo ta ‘uu dararramaann aadaa qabeessa miidhamaa isaan fiidan kan agarsiishudha. Haallu guraachii  dararra kana keessatti warra miidhaan irra gahee imimmaan isaanii kan agarsiisudha. Riqichaa irraa ol ka’uun ol guddachaa  kan  ka’ee kan agarsiisu rakkoowwan jala darbuuf toftawwanii fi abdiiwwan gaga fuulduraa mul’atu ibsuudha. Dameewwan gubbaatti mul’atan kan walitti dhufan  qo’annoowwan kallatti adda addaa  bakka tokkotti  fiduun dararraa  aadaa qabeessa dhorkuuf dandii  itti deemamu ibsuudha.

Dhuma irratti diizayiniin logoo kanaa kan hojjate finfinnee keessa jiraataa kan ta’an obbo Dani’eel Dastaa Hiluuf galatteefachuu barbaanna. Obbo Dani’eel fi Dr. Roomiin  Istratii walitti dhufeenyan piroojektii irratti hirmaachuun  logichaa haala kanaan qopheessan.