Coming soon!

This language is currently in review and will be available soon!

Waa'ee keenya

Piroojektiin kun kan hundeeffamee fi kan hogganamu gidduu galtummaa dhimmoota si’atoo aad-amantaawaa koornayaa fi misoomaa hawaasa guddachaa irratti xiyyeeffate irratti muuxannoo waggoota kurnan darbaniif kan qabu/du Dr. Roominaa Istiraatii dhaani. Dr. Istiraatiin nama sochiiwwan kaka’umsa uumuu, hojii qu’annaa fi qorannaa fi wal-jijjiirraa beekumsaa hogganuu akkasumas, walitti dhufeenya bu’aa qabeessaa deeggartoota, michuuwwan hojii fi qooda fudhattootaa wal-amantaa deeggarame gabbisuu fi dagaagsuu irrattis nama gahee guddaa qabu/du dha.

Dr. Istiraatiin bulchiinsa piroojektii hawwachiisaa Ad. Estela Papagianni hojii adeemsistuu Piroojektii sa’aatii idil-alaa kan ta’aniinis ni deeggarama.

  • Yuunivarsitii Akusim, Akusim, Itiyoophiyaa

 

  • Koolleejjii Tewooloojii Qul. Fireemnaaxoos, Maqalee, Itiyoophiyaa

 

  • Waldaa Ogeeyyii Seeraa Dubartootaa Itiyoophiyaa (WOSDI), Finfinnee, Itiyoophiyaa

 

  • Dhaabbata Diversity Resource International (DRI), Bringtan, UK

 

  • Komishinii Misoomaa fi Gargaarsaa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Itiyoophiyaa

 

  • Dhaabbata Qu’annoo, Leenjjii fi Missoma EMIRTA

 

  • Yuunivarsitii Bristool fi Sheefild, UK waliin walitti dhufeenya wal-gargaarsaa fi wal-kabajuu irratti waliin ni hojjeta

Kutaalee piroojektii UK irratti xiyyeeffatanii fi birmattoota qu’annaa Piroofeeser Paarviin Alii fi (Yuunivarsitii Sheefild, Sheefild, UK) fi Piroofeeser Geenee Feedar (Yuunivarsitii Bristool, Bristool, UK

Dabalataanis piroojectichi gorsitoota biyya alaa lamaan kan deeggaramuu yommuu ta’u, gaheen hojii isaaniis misooma idil-addunyaa waliin haala mijeessuu leenjiiwwanii fi PI deeggaruu dha. Isaanis:

Dabalataan piroojectichi qu’attoota, hayyuuwwan dubbii waaqayyoo fi  hayyoota walaba ta’an kanneen biroon ni deeggarama. Isaanis kanneen akka:

  • Obboo Eeliyaas Gabrasillaasee, Kolleejjii Dubbii Waaqayyoo Qulqulleetti Sillaasee irraa digriin kan eebbifame, Finfinnee, Itiyoophiyaa; barataa MTh. Yuunivarsitii Agooraa, Finfinnee, Ethiopia
  • Addee Salaamaawiit Rattaa, Kolleejjii Dubbii Waaqayyoo Qulqulleetti Sillaasee irraa digriin kan eebbifamte, Finfinnee, Itiyoophiyaa; barattuu MTh. Yuunivarsitii Agooraa, Finfinnee, Ethiopia
  • Addee Liyaa Dastaa, barattuu MA, Wiirtuu Eegumsa Nyaataa, Yuunivarsitii Finfinnee
  • Obboo Yiheyis Yohaanis, Eebiifama ti’ooloojii Qul.Firemintus Abbaa Salaamaa Kassaate Barhaan,Colleejji ti’oolooji, Maqalee, Itoophiyaa
  • Obboo Henook Haayilu Ayala, Diyaaqoon fi Goorsaa sykooloogii, koolleejij qu’annoo fayyaa (Black lion Hospital) Yuunivarsittii Finfinnee, Finfinnee, Itoophiyaa
  • Addee Beezaa Birhaanuu, Eebiifama Seeraa fi haaqaa, Yuunivarsittii Yuuniitii, Goorsaa Abukaatoo, Finfinnee, Itoophiyaa
  • Dr. Haayilee Gazaa’ii, Barssiisaa Afaan Tigree, Yuunivarsittii Finfinnee, Finfinnee, Itoophiyaa

Michuuwwan Teeknikaa kanaa gadiif beekkamtii kennuu barbaanna. Isaanis kanneen akka:

  • Obboo Deevid Potreel, Ejansii Pik Dizaayinii UK keessatti kan argamu keessa gabbisa toora Intarneetii isa ammaa (https://paek.agency/ ‘n nu argachuu dandeessu.)
  • Obboo Daani’eel Dastaa Hluuf, wiirtuu beeksisaa DDN Itiyoophiyaa, amala mu’ataa piroojektichaa irratti deeggaruu (d2dproduct@gmail.com ‘n nu argachuu dandeessu.)
  • Addee Raaheel Dunkaan, Dubbisa Sakkatta’aa Dunkaan, UK, deeggarsa Dubbisa sakkatta’aa maxxansa piroojektii qilleensa irraa (online project) (duncanproofreading.com ‘n nu argachuu dandeessu.)
  • Obboo Yaared Taadassa, hojataa faki fi suuraa qu’annoo fi qorannoo : ethioharlaa@gmail.com)

Boordii waggaa keessa yeroo lama wal-argu kallattii tarsiimawaan IP fi garee battalaa ni gorsa. Akkasumas, buu’uuruma addeeffamaa fi fedhii tokkoon tokkoo dirreewwan qu’annaa fi qooda fudhattootaatiin piroojektichi bu’aa guddaa akka argamsiisu hordoffii cimaa godhaa jira. Miseensonni boordii ogummaalee, dirra barnootaa fi sadarkaa hojii gara garaa irraa; akkasumas lammummaa fi aadaa amantaa adda addaa irraa kan dhufanii dha. Biyyoota piroojektichi argamuttis piroojecticha babal’isuuf miseensonni haaraas affeeramaniiru. Miseensonni amma jiranis haala armaan gadiitiin tarreeffamaniiru.

  • Proofeesar Naansi Naanson-Clark

Piroofeesara Emeeritaa, Muummee Soshiyoologii, Yuunivarsitii New Brunswick; Qorataa Ol’aanaa sagantaa RAVE, Kaanaadaa

  • Addee Maandii Maarshaal

Qajeelchituu Haqa Koornayaa, Waajjira Gamtaa Angilikaanotaa, Hundeessituu Birmattuu; Qajeelchituu Birmattuu Duraanii, Landan, UK

  • Addee Huudaa Jaawaad

Itti gaafatamaa Amantaa fi sagantaa Hawaasummaa, Cinaa dhaabbataa (Gargaaraa); Itti Gaafatamaa Birmataa Warraaqsa Hiraarsa Dubartoota irra gahu dhaabuu, Landan, UK

  • Addee Saafaa Alii

Leenjiiwwan Gurguddoo irratti Ogeettii Xiin-Sammuu Gorsa Kennuu, Mana Barumsaa Naannawaa, Barumsaa fi Misoomaa, Yuunivarsitii Maanchestar, UK

  • Obboo Maahmuud Ashal

Barataa PhD, Qu’annaa Amantaa, Yuunivarsitii Laankaastar, UK

  • Dr. Yaa Asaaree

Qajeelchaa, Diversity Resource International (DRI), Bringtan, UK

  • Addee Feevan Ar’aayaa

Qindeessituu Sagantaa, Gurmii Taattota Mit-mootummaa (NSAC), Finfinnee, Itiyoophiyaa

  • Obboo Naahoom Kiroos

Gargaaraa Qu’annaa fi Barsiisaa, Kolleejji Qorichaa Saayinsii Fayyaa Orotaa, Muummee Qoricha Hawaasummaa, Asmaraa, Eritiriyaa

  • Dr. Kiristiin Aawun

Qu’ataa/ttuu Ol’aanaa fi Michuu Wiirtuu Amansiisaa, Yuunivarsitii Koonveentriitti Hariiroo Hawaasummaa fi Nageenyaa, Garee Qu’annaa Amantaa fi Hariiroo Naga Qabeessaa, Koonveentrii, UK

  • Obboo Fireezar Bantii

Miseensa Koree Bulchitoota Waldaa Eebbifamtoota Barumsa Dubbii Waaqayyoo; Barataa Filoosoofii (MA), Yuunivarsitii Finfinnee

  • Obboo Hulluf Waldasilaassee Kaahisaay

Durata’a Giddugala Nageeynaa fi Missoma Finfinnee, Itoophiyaa