Coming soon!

This language is currently in review and will be available soon!

Walitti Dhufeenya

Piroojektiin Dildil hikaa fi bu’aa qabeessa kan ta’ee dhaabbilee wal fakkaatan wajjin  walitti dhufeenya uumuun miseensoota  dhaabilleewwaniif carraa sadarkaa guddina  uumuu dha. Qaamni ilaalatu biyyoota sadii irraa walitti kan dhufanii, kanaas galmaan ga’uuf qaamota garagaraa addaan baasuun tooftaa ammayyaa (addunyaa) kan rawwaatu dha.

Haa ta’uu malee, amantaan dubartoota  wajjin kan walqabate fi qo’annoo walfakkattan irratti  dhaabbilee hojjatan  Itiyoophiyaa fi Ingiliiz irraa kan hirmaatanii dha. Qaamolee  hirmaattota akka itti aanuutti agarsiisuun ni danda’ama.